LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 19:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Inni obboloota koo na irraa fageesseera,

      Warri na beekanis na irraa garagalaniiru.+

  • Faarfannaa 31:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Diinonni koo hundi,

      Keessumaa immoo olloonni koo na tuffataniiru.+

      Michoonni koo na sodaatan;

      Yommuu addabaabayiitti na argan, na irraa baqatu.+

  • Yohaannis 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Inni gara biyya isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin simanne.

  • Yohaannis 7:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Obboloonni isaa illee isatti hin amanne turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi