Faarfannaa 63:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Jaalalli kee inni amanamaan jireenya irra waan wayyuuf,+Afaan koo ulfina siif ni kenna.+ Faarfannaa 109:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ati garuu yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa,Maqaa keetiif jedhiitii tarkaanfii naaf fudhadhu.+ Jaalalli kee inni amanamaan gaarii waan taʼeef na oolchi.+
21 Ati garuu yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa,Maqaa keetiif jedhiitii tarkaanfii naaf fudhadhu.+ Jaalalli kee inni amanamaan gaarii waan taʼeef na oolchi.+