Faarfannaa 31:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yaa Yihowaa, dhiphina keessa waanan jiruuf, gaarummaa natti argisiisi. Dhiphinni ija koo, guutummaa qaama kootiis* dadhabsiiseera.+ Faarfannaa 40:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa Yihowaa, maaloo na oolchuuf fedhii qabaadhu.+ Yaa Yihowaa, na gargaaruuf ariifadhu.+
9 Yaa Yihowaa, dhiphina keessa waanan jiruuf, gaarummaa natti argisiisi. Dhiphinni ija koo, guutummaa qaama kootiis* dadhabsiiseera.+