LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 22:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Gadameessa keessaa kan na baase,+

      Harma haadha koo irrattis tasgabbiin akka natti dhagaʼamu kan godhe siʼi.

      10 Ergan dhaladhee jalqabee kunuunsa keetti nan amanama;*

      Gadameessa haadha tiyyaa irraa jalqabees ati Waaqa koo ti.

  • Faarfannaa 139:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroon miciree* turetti illee ijji kee na argeera;

      Kutaawwan isaa keessaa tokkoon isaanii iyyuu tolfamuu isaanii dura,

      Guyyoota isaan itti tolfaman ilaalchisee,

      Hundi isaanii kitaaba kee keessatti barreeffamaniiru.

  • Isaayyaas 46:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 “Yaa mana Yaaqoob, isin warri mana Israaʼel keessaa haftan hundi,+

      Isin warri ani yeroo dhalattanii jalqabee isin gargaaree fi yommuu gadameessa keessa turtanii jalqabee isin baadhe+ nana, na dhagaʼaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi