LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 ‘Qoochoo* risaatti isin baadhee gara ofii kootti isin fiduuf,+ wantan warra Gibxii irratti raawwadhe isinumti iyyuu argitaniittu.+

  • Keessa Deebii 1:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Hamma bakka kana geessanittis bakka deemtan hundumaatti Waaqni keessan Yihowaan akkuma namni tokko ilma isaa baatutti lafa onaa keessatti akkamitti akka isin baate argitaniittu.’

  • Isaayyaas 44:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yihowaan inni si uume,

      Inni si tolche,+

      Inni yeroo gadameessa keessa turte irraa* jalqabee si gargaare akkana jedha:

      ‘Yaa tajaajilaa koo Yaaqoob,

      Yaa Yeshuurun*+ isan filadhe nana, hin sodaatin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi