Keessa Deebii 32:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeshuurun* yeroo gabbatetti, fincilee gooftaa isaa dhiite. Ati ni gabbatte, ni furdatte, ni bokoktes.+ Kanaafuu, inni Waaqa isa tolche sana ni dhiise,+Qarsaa fayyina isaatiis ni tuffate. Keessa Deebii 33:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yommuu dura buutonni sabichaa,Guutummaa gosoota Israaʼelii wajjin+ walitti qabamanitti,+Inni Yeshuurun*+ keessatti mootii taʼe. Keessa Deebii 33:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kan akka Waaqa dhugaa+ Yeshuurun,+Isa si gargaaruuf samii keessa gulufu,Isa ulfina isaatiin duumessoota irra gulufu+ sanaa tokko illee hin jiru.
15 Yeshuurun* yeroo gabbatetti, fincilee gooftaa isaa dhiite. Ati ni gabbatte, ni furdatte, ni bokoktes.+ Kanaafuu, inni Waaqa isa tolche sana ni dhiise,+Qarsaa fayyina isaatiis ni tuffate.
5 Yommuu dura buutonni sabichaa,Guutummaa gosoota Israaʼelii wajjin+ walitti qabamanitti,+Inni Yeshuurun*+ keessatti mootii taʼe.
26 Kan akka Waaqa dhugaa+ Yeshuurun,+Isa si gargaaruuf samii keessa gulufu,Isa ulfina isaatiin duumessoota irra gulufu+ sanaa tokko illee hin jiru.