- 
	                        
            
            Fakkeenya 1:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Yaa ilma koo, cubbamoonni si sossobuuf yaalii yoo godhan, tole hin jedhin.+
11 Isaan akkana yoo siin jedhan tole hin jedhin: “Nuu wajjin kottu.
Dhiiga dhangalaasuuf riphnee haa eeggannu.
Warra balleessaa hin qabne sababii malee miidhuuf dhokannee eegganna.
 
 -