Faarfannaa 22:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Rakkinni waan natti dhihaateef,Gargaaraa kan biraas waanan hin qabneef+ na irraa hin fagaatin.+ Faarfannaa 35:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yaa Yihowaa, ati kana argiteetta. Calluma hin jedhin.+ Yaa Yihowaa, na irraa hin fagaatin.+ Faarfannaa 38:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yaa Yihowaa, na hin dhiisin. Yaa Waaqayyo, ana irraa hin fagaatin.+ 22 Fayyisaa koo kan taate yaa Yihowaa,+Na gargaaruuf ariifadhu.
21 Yaa Yihowaa, na hin dhiisin. Yaa Waaqayyo, ana irraa hin fagaatin.+ 22 Fayyisaa koo kan taate yaa Yihowaa,+Na gargaaruuf ariifadhu.