LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 10:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Mootuun biyya Sheebaa beekamummaa Solomoon qabuu fi beekamummaan isaas maqaa Yihowaatiif ulfina akka fide dhageessee,+ gaaffiiwwan ulfaatoo taʼaniin* isa qoruuf ni dhufte.+ 2 Ishiinis namoota hedduu of duukaa buustee,+ zayitii baalsaamii,*+ warqii hedduu fi dhagoota gatii guddaa qaban gaalotatti feetee Yerusaalem geesse. Gara Solomoonitti seentees waan garaa ishii hunda isatti himte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi