35 Lafti onaanii fi lafti waxalamaan ni gammadu,+
Gammoojjiin ni gammada, akkuma saafronittis ni daraara.+
2 Shakkii tokko malee ni daraara;+
Inni ni gammada, ni ililchas.
Ulfinni Libaanon,+
Simboon Qarmeelosii+ fi simboon Shaaron+ isaaf ni kennama.
Isaan ulfina Yihowaa, simboo Waaqa keenyaas ni argu.