Iyyoob 21:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Haa taʼu malee, Waaqa dhugaatiin akkana jedhu: ‘Nu dhiisi! Daandiiwwan kee beekuuf fedhii hin qabnu.+ 15 Akka isa tajaajilluuf Inni Hundumaa Dandaʼu eenyu?+ Isaa wajjin wal baruudhaan maal arganna?’+
14 Haa taʼu malee, Waaqa dhugaatiin akkana jedhu: ‘Nu dhiisi! Daandiiwwan kee beekuuf fedhii hin qabnu.+ 15 Akka isa tajaajilluuf Inni Hundumaa Dandaʼu eenyu?+ Isaa wajjin wal baruudhaan maal arganna?’+