Faarfannaa 25:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni garraamota karaa sirrii* taʼe irra ni geggeessa,+Daandii isaas isaan barsiisa.+ Faarfannaa 32:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Ani hubannaa siifan kenna, karaa irra deemuu qabdu ilaalchisees qajeelfama siifan kenna.+ Ija koo si irra kaaʼee sin gorsa.+ Faarfannaa 37:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan yommuu daandii namaatti gammadu,+Tarkaanfii isaa isaaf ni qajeelcha.*+ Faarfannaa 143:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Waaqa koo waan taateef,Fedhii kee raawwachuu na barsiisi.+ Hafuurri kee gaarii dha;Inni lafa wal qixa taʼe irra* na haa geggeessu. Fakkeenya 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Daandii kee hundumaa irratti tilmaama keessa isa galchi,+Innis daandii kee wal siif qixxeessa.+
8 “Ani hubannaa siifan kenna, karaa irra deemuu qabdu ilaalchisees qajeelfama siifan kenna.+ Ija koo si irra kaaʼee sin gorsa.+
10 Waaqa koo waan taateef,Fedhii kee raawwachuu na barsiisi.+ Hafuurri kee gaarii dha;Inni lafa wal qixa taʼe irra* na haa geggeessu.