Faarfannaa 16:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan gaʼee koo, qooda koo isa naaf ramadamee+ fi xoofoo koo+ ti. Ati dhaala koo ni eegda. Faaruu Ermiyaas 3:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Yihowaan qooda koo ti,+ obsaan kanan isa eeggadhus kanaafi”+ nan jedhe.