LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 16:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yihowaan gaʼee koo, qooda koo isa naaf ramadamee+ fi xoofoo koo+ ti.

      Ati dhaala koo ni eegda.

  • Faarfannaa 73:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Qaamni koo fi garaan koo dadhabuu dandaʼu,

      Waaqayyo garuu qarsaa garaa kootii ti, bara baraafis qooda koo ti.+

  • Faarfannaa 142:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yaa Yihowaa, gargaarsa argachuuf sin waammadha.

      “Ati iddoon kooluu itti galu dha,+

      Biyya namoota jiraatoo keessattis si qofan qaba”* nan jedha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi