LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 29:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Haa taʼu malee, namni tokko dubbii kakaa kanaa dhagaʼee of jajuudhaan garaa isaatti, ‘Ani akka fedhii garaa kootti yoon deeme iyyuu nagaa nan qabaadha’ jechuudhaan, wanta daandii isaa irra jiru hundumaa* yoo mancaase, 20 Yihowaan dhiifama isaaf gochuuf tole hin jedhu.+ Kanaa mannaa, dheekkamsi Yihowaa inni guddaan nama kana irratti ni bobaʼa; abaarsi kitaaba kana keessatti barreeffame hundis dhugumaan isa irra ni gaʼa;+ Yihowaanis dhugumaan maqaa isaa samii jalaa haxaaʼee ni balleessa.

  • Faarfannaa 100:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+

      Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+

      Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi