-
Faarfannaa 95:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kottaa, haa waaqeffannu, haa sagadnus;
Yihowaa isa nu tolche duratti haa jilbeenfannu.+
Harʼa sagalee isaa yoo dhageessan,+
-
Hisqiʼel 34:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 “‘Isin hoolonni koo,+ hoolonni ani kunuunsu, isin namoota dha, ani immoo Waaqa keessani’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”
-
-
-