Faarfannaa 100:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+ Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+ Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+ Maatewos 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti Yesuus, “Seexana nana, na duraa deemi! ‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu;+ isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe. Mulʼata 14:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni sagalee guddaadhaan, “Waaqayyoon sodaadhaa, ulfinas isaaf kennaa; saʼaatiin inni murtii itti kennu waan gaʼeef,+ isa samii, lafa, galaanaa+ fi burqaawwan bishaanii uume sana waaqeffadhaa” jedha ture.
3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+ Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+ Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+
10 Yeroo kanatti Yesuus, “Seexana nana, na duraa deemi! ‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu;+ isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe.
7 Inni sagalee guddaadhaan, “Waaqayyoon sodaadhaa, ulfinas isaaf kennaa; saʼaatiin inni murtii itti kennu waan gaʼeef,+ isa samii, lafa, galaanaa+ fi burqaawwan bishaanii uume sana waaqeffadhaa” jedha ture.