Isaayyaas 48:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yommuu inni gammoojjii keessa isaan geeggeessaa turetti isaan hin dheebonne.+ Qarsaa keessaa bishaan akka isaaniif burqu ni godhe;Qarsaa baqaqsees bishaan akka dhangalaʼu ni godhe.”+
21 Yommuu inni gammoojjii keessa isaan geeggeessaa turetti isaan hin dheebonne.+ Qarsaa keessaa bishaan akka isaaniif burqu ni godhe;Qarsaa baqaqsees bishaan akka dhangalaʼu ni godhe.”+