-
Faarfannaa 89:50, 51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 Yaa Yihowaa, qoosaa tajaajiltoota kee irratti darbatame,
Anis qoosaa namoota hundumaa akkamitti baachuuf* akkan dirqame yaadadhu;
51 Yaa Yihowaa, diinonni kee akkamitti arrabsoo akka darbatan,
Tokkoon tokkoon tarkaanfii isa ati dibde sanaas akkamitti akka arrabsan yaadadhu.
-
-
Isaayyaas 52:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 “Maarree, ani asii maalan godha?” jedha Yihowaan.
Yihowaan akkana jedha: “Sabni koo akkanumaan fudhatamaniiru.
-