1 Pheexiros 4:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kanaafuu, warri fedhii Waaqayyoo wajjin haala wal simuun rakkinni isaan irra gaʼaa jiru, wanta gaarii hojjechaa Uumaa isa amanamaa taʼetti imaanaadhaan of* kennachuu isaanii itti haa fufan.+
19 Kanaafuu, warri fedhii Waaqayyoo wajjin haala wal simuun rakkinni isaan irra gaʼaa jiru, wanta gaarii hojjechaa Uumaa isa amanamaa taʼetti imaanaadhaan of* kennachuu isaanii itti haa fufan.+