2 Ximotewos 1:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Rakkinni kun na irra gaʼaa kan jiru kanaafi;+ taʼus ani hin qaanaʼu.+ Sababiin isaas, ani isan amane sana beeka; inni hamma guyyaa sanaatti wantan imaanaadhaan itti kennadhe eeguu akka dandaʼu hin shakku.+
12 Rakkinni kun na irra gaʼaa kan jiru kanaafi;+ taʼus ani hin qaanaʼu.+ Sababiin isaas, ani isan amane sana beeka; inni hamma guyyaa sanaatti wantan imaanaadhaan itti kennadhe eeguu akka dandaʼu hin shakku.+