2 Ximotewos 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ammaa jalqabee gonfoon qajeelinaa,+ Gooftaan inni abbaa murtii+ qajeelaa taʼe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaʼeera;+ taʼus warra mulʼachuu isaa hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.
8 Ammaa jalqabee gonfoon qajeelinaa,+ Gooftaan inni abbaa murtii+ qajeelaa taʼe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaʼeera;+ taʼus warra mulʼachuu isaa hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.