LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 31:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Asoorichi goraadeedhaan ni kufa, garuu goraadee namaatiin miti;

      Goraadeen isa ni nyaata, garuu goraadee namaa miti.+

      Inni goraadeedhaan kan kaʼe ni baqata,

      Dargaggoonni isaas hojii dirqamaa ni hojjetu.

  • Isaayyaas 37:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Maleekaan Yihowaa tokkos gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese. Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi