LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Naahom 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, ani si irratti nan kaʼa,+

      Gaariiwwan fardaa waraanaa kee guutummaatti nan guba,+

      Goraadeenis leencota saafela kee ni nyaata.

      Wanta adamsitu lafa irraa nan balleessa,

      Sagaleen ergamtoota keetiis kana booda hin dhagaʼamu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi