-
Fakkeenya 16:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yihowaan kaayyoo isaa raawwachuuf wanta hundumaa tolcheera,
Hamoota warra guyyaa badiisaatti adabaman illee kaayyoo isaatiif qopheesseera.+
-
-
Daaniʼel 3:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yeroo kanatti Nebukadnezaar Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegootti baayʼee waan aareef, fuulli isaa isaanitti jijjiirame;* ibiddichas isa duraa caalaa dachaa torba akka bobeessan ajaje.
-