-
Iyyaasuu 3:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 bishaan gubbaadhaa yaaʼaa ture sun bakkuma jirutti ni dhaabbate. Bishaanichi baayʼee fagaatee magaalaa Addaam ishii Zaaretaan biratti argamtutti akka hidha lagaatti* kaʼee ni dhaabbate; bishaan Galaana Arabaatti, jechuunis Galaana Soogiddaatti* gad yaaʼu immoo ni goge. Bishaanichi ni dhaabbate; sabichis bakka fuullee Yerikoo jirutti ni ceʼe.
-