Faarfannaa 29:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sagaleen Yihowaa bishaanota gubbaatti ni dhagaʼame;Waaqni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa.+ Yihowaan bishaanota hedduu irra jira.+
3 Sagaleen Yihowaa bishaanota gubbaatti ni dhagaʼame;Waaqni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa.+ Yihowaan bishaanota hedduu irra jira.+