LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 32:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Qarsaa isa abbaa kee taʼe ni irraanfatte;+

      Waaqa isa si dhalches hin yaadanne.+

  • 2 Seenaa Baraa 13:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ammas kunoo, Waaqni dhugaan nuu wajjin jira; inni luboota isaa warra sagalee waraanni isin irratti banamuu isaa argisiisu dhageessisuuf malakata waraanaa qabatanii wajjin nu geggeessaa jira. Yaa namoota Israaʼel, isin milkaaʼina waan hin arganneef Yihowaa isa Waaqa abbootii keessanii taʼe hin lolinaa.”+

  • Faarfannaa 106:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Waaqa isa Fayyisaa isaanii taʼe,

      Isa Gibxii keessatti wantoota guguddaa raawwate,+

      22 Isa biyya Kaam keessatti hojiiwwan dinqisiisoo,+

      Galaana Diimaa birattis gochawwan sodaachisoo raawwate+ ni irraanfatan.

  • Ermiyaas 2:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Durbi faayawwan ishii,

      Misirroonis sabbata ishii isa miidhagfame* ni irraanfattii?

      Sabni koo garuu guyyoota hammana hin jedhamneef na irraanfateera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi