-
Faarfannaa 106:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Waaqa isa Fayyisaa isaanii taʼe,
Isa Gibxii keessatti wantoota guguddaa raawwate,+
-
Ermiyaas 18:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Sabni koo garuu na irraanfateera.+
Sababiin isaas, isaan wanta gatii hin qabneef aarsaa* dhiheessu,+
Daandiiwwan isaanii, jechuunis karaawwan bara durii irratti namoota gufachiisuudhaan
Daandiiwwan xixinnoo warra diriiroo fi wal qixa hin taane* irra akka deeman godhu;+
-
-
-