-
Ermiyaas 2:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Hamminni kee si sirreessuu,
Amanamummaa dhabuun kees si adabsiisuu qaba.
-
-
Ermiyaas 3:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Tabbawwan duwwaa taʼan irraa sagaleen tokko,
Sagaleen booʼichaa fi sagaleen kadhannaa saba Israaʼel ni dhagaʼama,
Sababiin isaas, isaan daandii isaanii jalʼisaniiru;
Waaqa isaanii Yihowaas irraanfataniiru.+
-