Isaayyaas 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, ati Waaqa isa fayyisaa kee taʼe irraanfatteetta;+Qarsaa+ dahoo keetiis utuu hin yaadatin hafteetta. Biqiltoota mimmiidhagoo* kan dhaabde,Damee ormaas* isa gidduutti kan dhaabde kanaafi. Hoseʼaa 8:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Israaʼel Uumaa isaa irraanfateera,+ manneen qulqullummaas ijaarrateera,+Yihudaan magaalota dallaa dhagaa qaban baayʼifateera.+ Haa taʼu malee, ani magaalota isaatti ibidda nan erga,Innis masaraawwan tokkoon tokkoon isaanii gubee ni fixa.”+ Hoseʼaa 13:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Isaan bakka dheedichaa isaanii irratti ni quufan;+Waan quufaniifis garaan isaanii of tuule. Kanaan kan kaʼes isaan na irraanfatan.+
10 Sababiin isaas, ati Waaqa isa fayyisaa kee taʼe irraanfatteetta;+Qarsaa+ dahoo keetiis utuu hin yaadatin hafteetta. Biqiltoota mimmiidhagoo* kan dhaabde,Damee ormaas* isa gidduutti kan dhaabde kanaafi.
14 Israaʼel Uumaa isaa irraanfateera,+ manneen qulqullummaas ijaarrateera,+Yihudaan magaalota dallaa dhagaa qaban baayʼifateera.+ Haa taʼu malee, ani magaalota isaatti ibidda nan erga,Innis masaraawwan tokkoon tokkoon isaanii gubee ni fixa.”+
6 Isaan bakka dheedichaa isaanii irratti ni quufan;+Waan quufaniifis garaan isaanii of tuule. Kanaan kan kaʼes isaan na irraanfatan.+