Lakkoofsa 21:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaafuu, sabichi gara Musee dhufee, “Nuti Yihowaa fi siin morminee dubbachuudhaan cubbuu raawwanneerra.+ Bofawwan kana akka nu irraa balleessuuf Yihowaa nuuf kadhadhu” jedhe. Museenis sabicha bakka buʼee ni kadhate.+ Abbootii Murtii 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaabiin* gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban*+ 900 waan qabuuf, akkasumas waggaa 20f akka malee Israaʼelota cunqursaa waan tureef,+ Israaʼelonni gara Yihowaatti ni iyyatan.+
7 Kanaafuu, sabichi gara Musee dhufee, “Nuti Yihowaa fi siin morminee dubbachuudhaan cubbuu raawwanneerra.+ Bofawwan kana akka nu irraa balleessuuf Yihowaa nuuf kadhadhu” jedhe. Museenis sabicha bakka buʼee ni kadhate.+
3 Yaabiin* gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban*+ 900 waan qabuuf, akkasumas waggaa 20f akka malee Israaʼelota cunqursaa waan tureef,+ Israaʼelonni gara Yihowaatti ni iyyatan.+