16 Isaan daandii jijjiirrataniiru, garuu wanta fooyyaʼaatti miti;
Isaan akkuma iddaa laafee kan hin amansiisne dha.+
Bulchitoonni isaanii arraba isaanii isa mormu sanaan kan kaʼe goraadeedhaan ni kufu.
Kanaan kan kaʼe isaan biyya Gibxii keessatti kan itti qoosamu ni taʼu.”+