-
Hisqiʼel 36:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Saboota gidduutti isaan nan bittinneesse, biyyoota keessas isaan nan faffacaase.+ Akka daandii isaanii fi akka gocha isaaniitti isaanitti nan murteesse. 20 Haa taʼu malee, yommuu isaan gara saboota sanaa dhaqanitti namoonni waaʼee isaanii, ‘Namoonni kun saba Yihowaa ti; taʼus biyya isaa keessaa baʼuuf dirqamaniiru’ jedhanii dubbachuudhaan maqaa koo isa qulqulluu ni xureessan.+
-