- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 2:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        33 Namni kee inni ani iddoo aarsaa kootti akka tajaajiluuf hambisus ijji kee akka dadhabu ni godha; gaddas sitti ni fida;* namoota mana kee keessaa hedduun isaanii garuu goraadeedhaan ni duʼu.+ 34 Wanti ilmaan kee lamaan Hofnii fi Finahaas irra gaʼu kun siif mallattoo ni taʼa: Lamaan isaanii iyyuu guyyuma tokkotti ni duʼu.+ 
 
- 
                                        
- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        11 Kana malees, Taabonni Waaqayyoo ni boojiʼame; ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaasis ni duʼan.+ 
 
-