-
Ermiyaas 14:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Namoonni isaan raajii dubbachaafii turan sunis beelaa fi goraadeedhaan kan kaʼe daandiiwwan Yerusaalem irratti ni gatamu; isaaniinis taʼe haadhotii manaa isaanii, ijoollee dhiiraa yookiin ijoollee durbaa isaanii kan awwaalu hin jiraatu;+ sababiin isaas, ani badiisa isaaniif malu isaan irratti nan fida.’+
-