-
Ermiyaas 9:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha:
“Reeffi namootaa akkuma dikee dirree irra jiruutti,
Akkuma midhaan namni midhaan haamu haamee achumatti dhiisutti ni kukkufa,
Namni walitti isaan qabus hin jiru.”’”+
-