-
Isaayyaas 5:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Dheekkamsi Yihowaa saba isaa irratti kan bobaʼu kanaafi;
Inni harka isaa isaan irratti kaasee isaan rukuta.+
Gaaronni ni kirkiru,
Reeffi isaaniis daandiiwwan irratti akkuma kosii ni taʼa.+
Kana hundumaatiin kan kaʼes, dheekkamsi isaa hin qabbanoofne,
Kanaa mannaa, harki isaa rukutuuf akkuma diriirfametti jira.
-
-
Ermiyaas 16:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sababiin isaas, Yihowaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa bakka kanatti dhalatan, haadhotii isaanii warra biyya kanatti isaan daʼanii fi abbootii isaanii warra isaan dhalchan ilaalchisee akkana jedha: 4 ‘Isaan dhukkuba cimaadhaan ni duʼu;+ garuu namni isaaniif gaddu yookiin namni isaan awwaalu hin jiraatu; lafa irratti akkuma dikee ni taʼu.+ Goraadee fi beelaan ni dhumu;+ reeffi isaaniis allaattiiwwan samii fi bineensota lafaatiif nyaata ni taʼa.’
-