LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yeroo dheeraa* boodas mootiin Gibxii ni duʼe;+ Israaʼelonni garuu garboota taʼuu isaaniitiin kan kaʼe aaduu isaanii fi gaddaan iyyuu isaanii itti fufan; iyyi isaan sababii garbummaa isaaniitiin dhageessisanis gara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+

  • Isaayyaas 42:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 “Ani Yihowaan qajeelummaadhaan si waameera;

      Harka kee qabeera.

      Ani sin eega, namootaaf kakuu godhee,+

      Sabootaafis ifa godhee sin kenna;+

       7 Kanas kanan godhu, ati ija jaame akka bantuuf,+

      Isa hidhame mana hidhaa dukkana taʼe keessaa,

      Warra dukkana keessa taaʼanis mana hidhaatii akka baastuufi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi