Isaayyaas 49:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan akkana jedha: “Yeroo fudhatama qabutti* deebii siif kenneera,+Guyyaa fayyinaattis si gargaareera;+Ani sabootaaf kakuu godhee si kennuuf eegumsa siif nan godha,+Kunis biyyattii deebistee akka ijaartuuf,Dhaala isaanii isa one akka isaan dhaalchistuuf,+
8 Yihowaan akkana jedha: “Yeroo fudhatama qabutti* deebii siif kenneera,+Guyyaa fayyinaattis si gargaareera;+Ani sabootaaf kakuu godhee si kennuuf eegumsa siif nan godha,+Kunis biyyattii deebistee akka ijaartuuf,Dhaala isaanii isa one akka isaan dhaalchistuuf,+