Lakkoofsa 6:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yihowaan fuula isaa siif haa ibsu,+ isa birattis fudhatama argadhu. Faarfannaa 67:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 67 Waaqayyo gaarummaa nutti argisiisa, nu eebbisas;Inni fuula isaa nu irratti ibsa;+ (Seelaa) 2 Kunis, daandiin kee guutummaa lafaa irratti,Gochawwan fayyinaa kees saboota hundumaa gidduutti akka beekamuufi.+
67 Waaqayyo gaarummaa nutti argisiisa, nu eebbisas;Inni fuula isaa nu irratti ibsa;+ (Seelaa) 2 Kunis, daandiin kee guutummaa lafaa irratti,Gochawwan fayyinaa kees saboota hundumaa gidduutti akka beekamuufi.+