-
Baʼuu 4:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Faraʼooniin akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Israaʼel ilma koo isa angafaa ti.+
-
-
Isaayyaas 49:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ammas Yihowaan inni tajaajilaa isaa akkan taʼuuf gadameessa keessatti na tolche,
Israaʼeliin gara isaatti walitti qabuuf jedhee,
Yaaqoobiin gara isaatti akkan deebisu natti himeera.+
Ani Yihowaa duratti ulfina nan argadha,
Waaqni koo jabina koo naaf taʼa.
-