Isaayyaas 56:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan inni warra Israaʼel keessaa bittinnaaʼan walitti qabu,+“Ani warra walitti qabamanii jiran sana malees, warra kaan gara isaatti walitti nan qaba”+ jedha.
8 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan inni warra Israaʼel keessaa bittinnaaʼan walitti qabu,+“Ani warra walitti qabamanii jiran sana malees, warra kaan gara isaatti walitti nan qaba”+ jedha.