Keessa Deebii 30:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waaqni kee Yihowaan wantoota si jalaa boojiʼaman siif deebisa,+ gara laafina sitti argisiisa,+ akkasumas saboota Waaqni kee Yihowaan itti si bittinneesse hundumaa keessaa deebisee walitti si qaba.+ Isaayyaas 27:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Guyyaa sanatti Yihowaan Laga* isa yaaʼu irraa jalqabee hamma Laga Gogaa* Gibxiitti+ firicha ni hurgufa; yaa saba Israaʼel, isinis tokko tokkoon walitti ni qabamtu.+ Hoseʼaa 1:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sabni Yihudaa fi sabni Israaʼel tokkummaadhaan walitti ni qabamu;+ ofii isaaniitiifis dura buʼaa tokko filatanii biyyattii keessaa ni baʼu; sababiin isaas, guyyaan Yezriʼel guddaa ni taʼa.+
3 Waaqni kee Yihowaan wantoota si jalaa boojiʼaman siif deebisa,+ gara laafina sitti argisiisa,+ akkasumas saboota Waaqni kee Yihowaan itti si bittinneesse hundumaa keessaa deebisee walitti si qaba.+
12 Guyyaa sanatti Yihowaan Laga* isa yaaʼu irraa jalqabee hamma Laga Gogaa* Gibxiitti+ firicha ni hurgufa; yaa saba Israaʼel, isinis tokko tokkoon walitti ni qabamtu.+
11 Sabni Yihudaa fi sabni Israaʼel tokkummaadhaan walitti ni qabamu;+ ofii isaaniitiifis dura buʼaa tokko filatanii biyyattii keessaa ni baʼu; sababiin isaas, guyyaan Yezriʼel guddaa ni taʼa.+