Lakkoofsa 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+ Lakkoofsa 34:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Daangaan sun Azmoonitti kallattii isaa jijjiiree gara Laga Gogaa* Gibxiitti qajeela; dhumni isaas Galaanicha* bira ni taʼa.+
2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+
5 Daangaan sun Azmoonitti kallattii isaa jijjiiree gara Laga Gogaa* Gibxiitti qajeela; dhumni isaas Galaanicha* bira ni taʼa.+