Mulʼata 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ishiin mucaa dhiiraa, eeyyee, ilma+ saboota hunda ulee sibiilaatiin tiksuuf jedhu tokko deesse.+ Mucaan ishiis gara Waaqayyoo fi gara teessoo isaatti ol butame. Mulʼata 19:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+
5 Ishiin mucaa dhiiraa, eeyyee, ilma+ saboota hunda ulee sibiilaatiin tiksuuf jedhu tokko deesse.+ Mucaan ishiis gara Waaqayyoo fi gara teessoo isaatti ol butame.
15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+