LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Atis ulee sibiilaa mootiitiin isaan caccabsita,+

      Akka qiraaciittis isaan hurreessita.”+

  • Mulʼata 2:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ani isa injifatuu fi hojii koo hamma dhumaatti hojjetuuf, saboota irratti aangoo nan kennaaf;+ 27 inni saboonni akka qodaa supheetti akka caccabaniif ulee sibiilaatiin isaan ni tiksa;+ kunis akkuma ani Abbaa koo irraa aangoo fudhadhetti dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi