Faarfannaa 46:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+
46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+