Faarfannaa 55:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Galgala, ganamaa fi waaree nan rakkadha, nan aadas,*+Innis sagalee koo ni dhagaʼa.+ Faarfannaa 119:147 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 147 Dubbiin kee abdii koo waan taʼeef,*Gargaarsaaf iyyachuuf barraaqaan* nan dammaqa.+