Faarfannaa 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaa Yihowaa, ati ganama sagalee koo ni dhageessa;+Ani ganama yaaddoo koo sitti nan himadha,+ abdiidhaanis nan eeggadha. Faarfannaa 88:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa Yihowaa, ani garuu amma iyyuu gargaarsa argachuuf gara keetti nan iyyadha,+Ganama ganamas kadhannaan koo si duratti ni dhihaata.+ Maarqos 1:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Ganama barii utuma lafti hin ifin kaʼee gad baʼuudhaan bakka namni hin jirre dhaqee achitti kadhachuu jalqabe.+
3 Yaa Yihowaa, ati ganama sagalee koo ni dhageessa;+Ani ganama yaaddoo koo sitti nan himadha,+ abdiidhaanis nan eeggadha.
13 Yaa Yihowaa, ani garuu amma iyyuu gargaarsa argachuuf gara keetti nan iyyadha,+Ganama ganamas kadhannaan koo si duratti ni dhihaata.+
35 Ganama barii utuma lafti hin ifin kaʼee gad baʼuudhaan bakka namni hin jirre dhaqee achitti kadhachuu jalqabe.+